Guyyaan barattoonni dhaabbilee fi gosa barnootaa itti filatan dheereffameraa

Guyyaan barattoonni dhaabbilee fi gosa barnootaa itti filatan dheereffamuu Ministeerri Barnootaa beeksise.

Barattoonni qabxii Yunvarsitiiwwan mootummaatti ramadamuuf isaan dandeessisu galmeessan guyyaan yunvarsiitiifi muummee barnootaa itti filatan dheerachuu ministeerichi beeksiseera.

Barattoonni qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2013 fudhatan ramaddii yunvarsitiiwwan mootummaatti argachuuf qabxii isaan dandeessisu galmeessisan kana dura filannoo dhaabbileefi muummee barnootaa gaggeessuun kan yaadatamuudha.

Ministeerri Barnootaa yeroo dhiyootti ramaddii barattootaa kan gaggeessu ta’uu hubachuun, ragaalee armaan gadiin akka iyyatan gaafateera.

Humna simannaa yunvarsiitiwwanii, qabxii giddugaleessaa barattootaafi kanneen biroo yaada keessa galchuun filannoo unvarsiitiwwanii hanga Bitootessa 19 bara 2014tti  karaa http://Portal.neaea.gov.et seenuun akka sirreessan.

Ramaddii booda komiifi gaaffiin keessummeessu kamuu kan hinjiraanne ta’uu ministeerichi beeksiseera. 

t.me/oromiaeducationbureaudotcom
www.facebook.com/oromiaeducatoinbureau

Comments

Mesay said…
Komii karaa kamiin dhiyeeffachuu dandeenyaa?
Mesay said…
Ani barataa bara 2013 qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhateedha, komiin Ani qabu barnoota maths fi attitude to kanaaf akka naaf laallamu barbaada
Reg no.195406
Name. Mesay kebede asrat
Name of school. Kersa arsi east(R)
Komin kara kamin dhiyeffachu dandeenya
Unknown said…

𝐊𝐮𝐭𝐚𝐚 12+¹
𝑫𝒉𝒂𝒂𝒅𝒂𝒏𝒏𝒐𝒐 𝑲𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂
𝑁𝑎𝑚𝑎 𝑛𝑢𝑢𝑓 𝑦𝑎𝑎𝑑𝑢 𝑦𝑜𝑜 𝑑ℎ𝑎𝑏𝑛𝑢𝑠 𝑠𝑎𝑚𝑚𝑢𝑢 𝑦𝑎𝑎𝑑𝑢𝑚𝑚𝑜𝑜 𝑞𝑎𝑏𝑛𝑎!
𝑁𝑎𝑚𝑎 𝑛𝑢𝑢𝑓 𝑑𝑢𝑏𝑏𝑎𝑡𝑢 𝑑ℎ𝑎𝑏𝑛𝑢𝑠 𝑎𝑓𝑎𝑎𝑛 𝑖𝑡𝑡𝑖𝑖𝑛 𝑑𝑢𝑏𝑏𝑎𝑛𝑛𝑢 𝑞𝑎𝑏𝑛𝑎!
𝐍𝐨𝐦𝐨𝐫𝐞 𝐰𝐚𝐢𝐭𝐢𝐧𝐠!!!
𝐍𝐮 𝐠𝐚𝐡𝐞 𝐞𝐞𝐠𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧!
𝐍𝐮 𝐠𝐚𝐡𝐞 𝐨𝐛𝐬𝐮𝐮𝐧!
𝐍𝐮 𝐠𝐚𝐡𝐞 𝐜𝐚𝐥𝐥𝐢𝐬𝐮𝐮𝐧!

https://t.me/mootummaaFayisaa
@Motumabot
Unknown said…
239981 kamiin qabu math che En akkaa naf
ilaalamu
Unknown said…
239981 mth.Eng.phy.Bio.chim maloo barnoota hangaa kana
naf check godhaa

Popular posts from this blog